Genesis 49:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daniini bofa kara keesa ch'iisu fakaata, buuti dandi keesa ch'iiftu, ta yo fardi d'ufu kotte nyaate nama yaabatu duddaduubati buuftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daan akka bofa karaa keessaa ta'a; karaa keessatti akka bofa waa idduu ta'ee, karaa keessa ciisee buudaa fardaa iddee, abbaa fardaa duubaan kuffisuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daan akka dhudhuufaa karaa irgaa, akka buutii daandii cina'aa, ta kottee fardaa idditee nama irra tee'eeru irraa buuttuu ti.