Genesis 49:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wolti koota, d'agaya, ee ilmaani Yakobo; waan abbaani keesani Israeliini jed'u ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin ijoollee Yaaqoobii; wol gaya'aatii waan abbaan keessan Yaaqoob isiniin jedhu dhagayaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmaan Yaaqoobii, wolitti dacha'a'aa dhage'a'a; abbaa keessan Yaaqoob dhage'a'a.