Genesis 49:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni harre diidaa, ta madda d'aatu ejitu fakaata, inni bukhura sokhara gaara deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yooseef daraaraa muka diqqo'ooti; akka daraaraa burqaa biraati. Gaaleen isaa kaloo gubbaa yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yoseef akka muka woyni'ii midhaanicha, madda bira jiru, ka dameen dalleya irra baatuu ti.