Genesis 49:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka si qarqaaru Waaqa abba keetiti, ka si eebise bisaani gubbatiifi ka maddaa sii kennu Waaqa Gudda. Eebiti tunini ta hormaatafi bultuma,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi abbaa keetii ka si gargaaru; Waandhi waa maraa danda'u innillee ka si eebbisu; eebba ol Samii irraa argamuun, eebba gad fago'ootiin, eebba gadii ka harmaatii fi gadaamessaa, eebba abbeetii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi abbaa keetii ka si qarqaaru, Waaqi waan mara dande'u, rooba gubba'aatiin, madda golbaatiin, horii heddu'uu fi ijoollee hedduu kenniisaan si eebbisu.