Genesis 49:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta mid'aanitifi ta daraara, ta gaareeni haguma duriti jirtutiifi Kubile haga jiru jireenna achuma jirtu iraa d'ufte. Eebiti tuni ch'ufti ha mata Yusufu gubbaa jiraattu, isa ka oboleyaani isaa keesaa fohatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eebba nama gammachiisu; ka gaarran bara baraan dhaabatanii fi goodda maraa irra eebba abbaa keetiititu caala. kanaafuu eebbi kunniin maruu mataa Yooseefii irra jira. Yooseef bulchaa obboleewwan ufii ta'ee irra haa taa'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eebbi abbaa keetii waan eebba gaarota bara duriitii jalqabanee jiranuu fi kooba bara baraa irraa dhagganu caala. Eebbi kun marti mataa Yoseefii, ka obboleeyyan ifii irraa adda baye surrii isaa irratti bu'uu ti.