Genesis 49:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini gosa kud'ani lama ta Israeli; ammalle wonti abbaani worrani jed'e gaafa Nagayaati jed'e eebiseefi suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu kudha lamman ijoollee Israa'eliiti; wonti abbaan isaanii isaanitti himellee kana; kun eebba inni isaan eebbise ka isaan maraafuu ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi Israa'elii kudhanii lama isaan kana. Abbaan isaanii eebba isaaniif te'uun tokko tokkoo isaanii yennaa isaan eebbise, wonni isaaniin jedhe tana.