Genesis 49:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti Abrahamufi niiti isaa Sara awaalani; achiti Isaaqofi niiti isaa Rebeka awaalani; ammalle artumati anileeni Lea awaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamii fi Saaraan achitti awwaalaman; Yisaaqii fi haati manaa isaa Ribqaanillee achumatti awwaalaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaamii fi niitii isaa Saaraa achitti awwaalane; Yisihaqii fi niitii isaa Ribqaa achitti awwaalane; anille Liyaa achitti awwaale.