Genesis 49:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oobrufi goda keesa jirule gosa Hiti iraa bitani; achumati na awaali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma anillee Liyaa achitti awwaale; maasaan sunii fi godattiin maasaa bira jirtullee ta ijoollee Keexotaa irraa bitamtetti anallee awwaalaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaan sunii fi godi fichaa san keessaa sun namoota biyya Heetii irraa bitamane» isaaniin jedhe.