Genesis 49:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haasaa worraa keesa inseenu, yokhaani kora worraale ind'aqu, waan dallansu keesa nama ijeesani taba keesa sangoole mogolchaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani marii isaanii keessa hin jiru; gumii isaaniillee hin dhaqu; waan lolaan nama ajjeesaniiraniif; fedha ufiitiin waan sangoota hedduu caccabsaniif;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan aari'iin namoota waan ijjeesaneef, taphaaf jedhanee korommii waan mogolchaneef, ani marii isaaniititti hin galu; yaa'ii isaaniille hin qoodamu.