Genesis 49:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni worraa guddo hamtu, miri worraa diqa, naasule inqabani. Waaqi ha worra abaaru. Anini gosa Yakobo keesa worra gargari qoode, lafa Israeli keesa gargari firfirsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli isaanii jabaanii fi garjabummaan isaanii hamaan haa abaaramu. Gosa Israa'elii keessatti gargar isin qooda; biyya Israa'elii keessa isin bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aariin isaanii jadduu, mufiin isaanii gadhi-jabeettii waan teeteef, ta abaarante teetuu ti! Ani gosa Yaaqoobii odduu isaan qoqoodee Israa'el keessa isaan hin bittinneessa.