Genesis 49:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudaani kuble nyeench'aa fakaata, ta bineensa nyaatte kaate biraa deemtu. Yo isiini dirirfatte ch'iiftu, eentu dandae kaasa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaan akka ilmoo Leencaati; ilma kiyya ati dhadhoola'aa guddatte; ati akka Leenca dhokatee fi akka leenca dhalaa ripheeti; eentu maandhee isaatii kaasa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi kiyya Yihudaan akka ilmee neenqaa, ta adamo'oo gara mandhee ifii deebituu ti. Akka neenqaa diriirfatee irkata; eentu isa kaasiisaaf itti guula?