Genesis 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani ilmaani Adamu kana. (Waaqi, gaafa qara nama uume, fakeenna ufii gula mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan Aadamii kana; Rabbi gaafa Aadamiin uume, akka fakkeenna ufiitiin uume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun dabarsii sanyii Addaamii ti. Waaqi yennaa ilmaan namaa dade, akka fakkeenna ifiititti isaan dade.