Genesis 5:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Methuselaani ganna d'ibba tokofi saddeetami torba tae ilma isaa Lameki d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatusaalaan woggaa dhibbaa fi saddeettamii torba gayee Laamehiin uumate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Matusaalaan dhalatee Woggaa dhibbaa fi saddeettamii torbatti Laamek uumate.