Genesis 5:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maqa Nuhu baase waan jed'e, Lafuma AABBO Waaqi abaare keesati gurbaani kunini huji teenna jajabdu nuu laafisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa ilma ufii «Lafa Rabbi abaare irratti hujii keenna ulfaata'aa fi xaarii teenna irraa hara nu baafachiisa» jedhee «Noohi» jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laamek, «Hujii nuuti lafa Waaqi abaare tana irratti hunyu, ta nuuti itti eloonnu irraa nu hin foorfachiisa» jedhee maqaa isaa, «Nohi » baase;