Genesis 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Adamuuni ganna d'ibbafi sodoma gahe jennaani ilma waan ch'ufaani isa fakaatu d'ale maqa Sethi baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadam woggaa dhibbaa fi soddoma gayee ilma bifaa fi fakkeennaan isa fakkaatu uumate; maqaa ilma ufii «Seet» jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addaam woggaa dhibbaa fi soddoma yennaa geye, ilma isa fakkaatu, ka bifa isaa qabu uumate; maqaa isaalle, «Sheeti» jedhee baase.