Genesis 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Enoshiini ganna sagaltama tae ilma isaa Kenani d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heenoos woggaa sagaltama hennaa ta'e Qaayinaaniin uumate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Enoshi dhalatee woggaa sagaltamatti Qayinaan uumate.