Genesis 50:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi abbaani isaani due, oboleyaani Yusufu waan woliini jette, Yo Yusufuuni amma nu jibbe haalo duri taani nu baafate maani taana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan Yooseefii haga abbaan isaanii du'een maayessa maal laataa «Yooseef yakka nu isa irra geessine maraaf haga ammaa gadoo nutti qabatee haluu nu bawuu yoo barbaade maal haa goonu?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob du'een duuba, Obboleeyyan Yoseefii, «Yoseef haluu qabatee, waan hantuu nuuti isa irratti hunye maraaf haluu nu bayinaa?» jedhane.