Genesis 50:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni oboleyaani isaa d'ufte miilati jidde waan jetteeni, Nu amma tisse tanteeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa obboleewwan isaallee dhufanii «Nu garboota teeti» jedhanii isaa gad jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba obboleeyyan isaalle dhufanee, isa duratti jiganee, «Nuuti garboota teeti» jedhane.