Genesis 50:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni nama ch'ireeyyi yaame, Reefa abba kiyya woyaani mamara, qayyaani urgeesa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef ogeeyyiin qorichaa reeffa abbaa isaatitti akka urgooftuu diban ajaje; ogeeyyiin qorichaallee reeffa abbaa isaa urgooftuu diban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoseef tajaajiltoota ifii ogeeyyii qorsaa, akka reeffa abbaa isaa qorsaan sukkuumanee gossanu ajaje. Maarre ogeeyyiin qorsaalle akkuma Yoseef ajaje godhane.