Genesis 50:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan hamtu na tolchu feetani, ammo Waaqi waan hamtu suni garagalche dansaa tolche, aka nama heddu ka sila duu lubbu baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan hamaa natti yaaddan; Rabbi ammo banii baay'ee hambisu'uuf yaadee akkuma adha argitan kana godheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hantuu na godhiisaaf mala dhoottane; Waaqi ammoo gara waan dansa'aa jijjiire; inni lubbuu namoota heddu'uu ka ammaa fayyisiisaaf tana godhe.