Genesis 50:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woma tokole insodaatina; isanifi ijoolle teesanile imfida. Akanaani inni worra kibe garaa jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee hin sodaatinaa'a; ani isinii fi ijoollee teessanillee hin nyaachisaa» jedhee isaan jajjabeessee isaan gammachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre hin sodaatina'a. Ani isinii fi ijoollee teessaniif waan barbaachisu hin kenna» jedhe. Yoseef gadhi-laafinnaan obboleeyyan ifiititti dubbatee isaan jajjabeesse.