Genesis 50:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni lafa Misiri keesa worra abba ufii woliini tae, ganni isaa d'ibbafi kud'ani geennaani due.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef maatii abbaa ufii woliin biyya Misirii keessa jiraate; inni woggaa dhibbaa fi kudhan jiraate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseefii fi maatiin abbaa isaa biyya Gibxi'ii keessa turane. Yoseef woggaa dhibbaa fi kudhan le'ee du'e.