Genesis 50:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni waan oboleyaani isaatini jed'e, Anini la duu gahe; insodaatina, ammo Waaqi inuma isani qorqorate lafa tana keesaa lafa duri inni Abrahamufi Isaaqoti kakhateti isani galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yooseef obboleewwan ufiitiin «Ani du'uu gayeera; Rabbi ammo isin tooyata; biyya tanaallee isin baasa; gara biyya Abrahaamii, Yisaaqii fi Yaaqoobii kennu'uuf kakateetitti isin galcha» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoseef, obboleeyyan ifiitiin, «Ani du'aara. Waaqi ammoo isin woliin hin jiraata. Inni lafa tana keessaa gara lafa Abrahaamiif, Yisihaqii fi Yaaqoobiif waadaa galetti isin hin deebisa» jedhe.