Genesis 50:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni worra isaani kakhachiise waan jed'e, Nati kakhad'a, aka yo Waaqi lafa suniti isani geese, lafe tiyya guurtani godaantaniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef ijoollee Israa'eliitiin «Hennaa Rabbi isin tooyatee asii isin baase lafee tiyya fuutanii akka deemtan» jedhee isaan kassiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef ilmaan Yaaqoobiitiin, «Waaqi dhugumaan isin woliin hin jiraata; yennaa inni gara lafa sanii isin deebisu, lafee tiyya asii fuutanee akka deentanu naaf kakadha'a» jedhe.