Genesis 50:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yusufuuni, ka ganni isaa d'ibbafi kud'ani, lafa Misiriti due. Reefa isaa fuud'ani, qayya iti naqani, woya iti mamarani sanduqa keesa kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef woggaa dhibbaa fi kudhanitti du'e; reeffa isaa urgooftu'uun dibanii yabala keessa kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef woggaa dhibbaa fi kudhani tti du'e. Isaan reeffa isaa qorsaan sukkuumanee gossanee, biyya Gibxi'ii keessatti saanduqa keessa keyane.