Genesis 50:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini suni guyya afurtama fud'atte, akuma aada huji suni. Duuba worri Misiri haga bulti torbatama isaa bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffa isaa gossu'uuf guyyaa afurtama fixe. Namoonni biyya Misiriillee haga guyyaa torbaatamaa booya isaa taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Reeffa qorsaan sukkuumanee gossuun, guyyaa afurtama waan fudhatuuf, isaan guyyaa afurtamatti hobbaasane. Worri Gibxi'iille guyyaa torbaatama isaaf bowe.