Genesis 50:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani bohaa dabre jennaani Yusufuuni waan worra Faraotiini jed'e, Yo dubbi tiyya d'ugeefattani, d'aamsa kana Faraoti na hima:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'oonni booyaa haga lufaniin maayessa Yooseef maatii Fari'ooniitiin, «Ani yoo isin afo'otti gaachena argadheera ta'e Fari'oonitti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa nageeffatane, Yoseef qondaaltota mootichaatiin, «Ani yoo isin duratti fudhatama dhaggadhe, maganne'ee mootichaan,