Genesis 50:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni laafe duu gahe jennaani waan nati d'aamate, Yo anini due, awaala anini lafa Kanaani keesati qotad'eti na awaala jed'e. Duuba nati eebisi, aka anini deeme aabbo awaale gadi deebiu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaan kiyya hennaa lubbu'uun jiru ‹Yoo ani du'e boolla ani biyya Kana'aaniititti qotetti na awwaali› jedhee waan na kassiiseeruuf amma deemee abbaa kiyya awwaalee deebi'a jedhe› jedha'aatii itti naa himaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Abbaan kiyya yennaa du'a geyeeru, addee awwaalaa ta inni ifiif qopheeffate, lafa Kana'aanii keessatti akka ani isa awwaalu na kakachiiseera; tanaaf maganne'ee, dhaqee abbaa kiyya awwaaladhee deebi'a› jedha'aatii naaf hima'a» jedhe.