Genesis 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi aka lafti hammaatte, hameenni suni nama seene balleese arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa adunyaa laalu ta battooftee fi namoonni isii keessa jiraatan ka foon uffatan maruu akka waan hamaa hojjata'aa jiraatan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi biyya lafaa ilaalee, kolbaan marti hammeennaan akka le'iisatti jirtu dhagge.