Genesis 6:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan Nuhuuni jed'e, Anini la buufad'e, aka nama ch'ufa balleesu; wonti akanatiifi lafti ya hammaatte, nami wolhad'e wolsaame, tanaafi worrafi lafale imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Noohiin, «Ani fiixaa namaa balleessu'uuf murteesseera; lafti hujii hamaa namoonni hojjataniin waan guuttamteef namoota lafa woliin hin balleessa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Nohiin, «Latti hunnaan wolitti ka'iisaan waan guutanteef, ani isaan mara lafa irraa balleessiisaaf murteeffadheera.