Genesis 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hobolo guddo mukha jabaani jaari, garaa keesa kuta heddu iti tolchi, waan bisaani dandaani iraani inseeneeni keesafi alalleni d'oobi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati ammo muka misha'aan markaba hojjadhu; markaba keessatti kutaa heddu hojjadhu; duraa duuba isaa ham'e'een xaallali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati muka dansaa irraa hoboloo guddittii huji; keessa isi'iititti kolloo kolloo baasi! Keessaa fi duuballe'een leyyaa lafa keessaa dhaggamuun duuchi!