Genesis 6:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini bokaya guddaani d'ufa, aka lolaani lafati fach'ae waan lubbu qaba ka lafa jira ch'ufa balleesu. Wonti lafa gubbaa jira ch'ufti indooti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan lubbuu qabu ka Sami'ii gad jiru maraa balleessu'uuf lafa irratti bisaan badi'ii fidaa; uumamni lubbuu qabu ka lafa irra jiru maruu hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kunoo, gubba'aan jalatti waan lubbuu qabu mara lafa irraa balleessiisaaf, bisaan badi'ii hin fida; wonni lafa irratti lubbuu qabu marti hin bada.