Genesis 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle sagale gosa ch'ufa ta nyaatani fuud'i olkayi, aka isiini liqimsa namaatiifi ta bineensale taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma waan nyaataaf ta'u maraa wolitti qabadhu; kun si'ii fi isaaniillee nyaata ta'aa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle sagalee adda addaa ta atii fi wonni lubbuu qabanu kun marti nyaattanu hoboloo guddittii keessatti tuuli» jedhe.