Genesis 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Lubbuuni tiyya ta nama jiraachiiftu haga jirtu nama keesa inteetu; wonti akanatiifi nami foonuma, armaa achi ganna d'ibbafi diddama indabru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa san, «Hafuurri Kiyya ka jireenna kennu baraa haga bara baraa isaan woliin hin jiraatu; namni waan foon uffataa ta'eef ammaa achi barri isaa woggaa dhibbaa fi diddama caalaa hin jiraatan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Namooti ka du'anu waan te'aneef, Ayyaanni Kiyya ka jiruu kennu isaan woliin haga bara baraa hin le'u; isaan woggaa dhibbaa fi diddama qofa le'an» jedhe.