Genesis 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasifi eegi sunile worra gugurda toko lafa jira, ka haga woi gagahu, ka dubarti namaatiifi ilmaani Waaqaa d'alte. Worri worra jajaba duri, ka lafa keesati gurra qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san worri «Neefliim» jedhaman ka hojjaan isaanii dhedheera'aa fi ka hunnaan nama caalan lafa irra jiran ture; achiin maayii ijoolleen Rabbii ijoollee intallanii ta namaa fuudhanii ijoollee uumatan; isaan bara san jajjaboota maqaan isaanii beekkame ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara sanii fi bara saniin duuba, ijoolleen durraa ta namaatii fi worri, «Ilmaan Waaqaa» jedhamanu wolitti makamaneen worri dhalatane worri bineeyyiin jiraniiyyu; isaan bara durii namoota janna hunnaan nama caalanuu fi worra beekkamane.