Genesis 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka hameenni namaa lafa ira dabre, ammalle heregi garaa worraa hojja ch'ufa hama arginaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka hammeenni namaa lafa irratti baay'atee fi yaanni onnee isaa hennaa maraa sirima akka hamaa ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa hammeenni namaa lafa irratti attam akka bacate, yaadi isaanii yennaa mara marroo hammeennaa akka te'e dhagge.