Genesis 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Anini nama uumefi bineensafi simpirreefi bineensa garaani lafa ira lohule ch'ufa lafa keesaa balleesa; waan waan kana ch'ufa mid'aaseefi ya gaabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbi, «Ani waan isaan uumeef hin gadde; kanaafuu namoota uume kanniin, busaawaa, uumama gara'aan lafa irra looyanii fi allaattiiwwanillee lafa irraa balleessa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, «Isaan daduu kiyyatti waan gaddeef, namoota, horii, bineensota, waan lafa irra munyuuquu fi sinbirroota lafa irraa haxowee hin balleessa» jedhe.