Genesis 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini odu Nuhufi worra isaa. Nuhuuni nama d'ugaati, bara suni nami wollaala inqamne isa ch'alla. Inni Waaqaani wold'aqani woliini taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan Noohii kana; inni dhaloota bara sanii keessatti nama qajeela'aa fi ka dhidhinna hin qabne ture; Noohi karaa Rabbii qabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nohi dhaloota san keessatti nama balchaa, ka komii hin qannee fi ka Waaqa woliin ideeme.