Genesis 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Nuhuuni jed'e, Beena, siifi worri kanke ch'ufti hobolo seena, ani layu arge, nama lafa ke jiru ch'ufa keesa sii ch'allati nama d'ugaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Noohiin, «Maatii kee maraa fudhadhuutii markaba seeni; dhaloota bara kanaa keessaa ati qajeelaa akka taate argeeraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Nohiin, «Dhaloota kana keessaa ati callaan balchaa akka teete waan dhaggeef, atii fi maatiin teeti gara hoboloo guddittii tanaa seena'a.