Genesis 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa ganni Nuhu d'ibba jaa, jia lameeso, guyya kud'ani torbeeso, guyya suni, bisaani jalaa olfarqatani gubbaale gabaafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Noohi dhalatee wogga dhibba jaheesso'oo ji'a lammeesso'oo guyyaa kudha torbeesso'ootitti burqaan gugurdaan maruu dhooye, gubbaan Sami'iillee banamee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille bara jiruu Nohii woggaa dhibba jayeesso'oo, ji'a lammeesso'oo, ji'a san keessa guyyaa kudhanii torbeesso'oo te'e; gaafas burqituun golba qile'ee gugurdoon dho'anee, foddaan gubba'aa banante.