Genesis 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lolaani haga bulti afurtama fach'ae, bisaani lafa ira dabrani, hobolo lafa ira olfuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan badi'ii guyyaa afurtamaa lafa irra turee baay'atee markaba lafa irraa ol kaase;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan badi'ii guyyaa afurtama lafa irratti roobuma roobee, lafa irra guutee, hoboloon lafa irraa ol kaate.