Genesis 7:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani aka taka inargini guddatani gaareeni d'ed'eertule ch'ufa fud'atani d'ossani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan lafa irra guutee guddisee cambalaqee gaarran gugurdaa lafa irraa maraa dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan lafa irraa guddoo ol ka'ee, gaarota ol dhedheeraa gubba'aan jala jiranu mara dhosse.