Genesis 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa nami nyaatu keesa, kormafi d'alale torba torba fuud'i, ammo bineensa nami inyaanne, kormafi d'ala, toko toko fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Busaawaa qulqulluu namni nyaatu maraa torba torba dhala'aa fi kormaa, busaawaa battii namni hin nyaanne lama lama dhala'aa fi kormaa, Allaattii Sami'iillee akkasuma torba torba dhala'aa fi kormaa, lafa irraa akka sanyiin isaanii hin banne fuudhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hori'ii fi bineensa qulqulluu te'ane mara keessaa korma torba torbaa fi dhalaa torba torba, ka qulqulluu hin te'in mara keessalle'ee korma tokko tokkoo fi dhalaa tokko tokko fuudhiitii gara hoboloo gudditti'ii galchi.