Genesis 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa lolaani fach'ae lafa fud'ate ganni Nuhu d'ibba jaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa bisaan badi'ii lafa irratti roobe, Noohi nama woggaa dhibba jahaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa bisaan badi'ii lafatti dhufe san, Nohi nama woggaa dhibba jaa ti.