Genesis 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lama lamaani, d'alafi kormi, Nuhu woliini hobolo duudani, akuma Waaqi jed'eeni kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lama lama dhala'aa fi kormaa ta'a'aa markaba Noohii keessa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lama lama, kormaa fi dhalaan, akka Waaqi ajajetti, gara Nohii dhufanee woliin hoboloo guddittii san seenane.