Genesis 8:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Nuhufi bineensafi hori isa woliini hobolo keesa jira ch'ufa qaabate, bubbe bubbise bisaani gadeebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Noohii fi worra markaba keessaa, busaawa'aa fi horii maraa yaadate; akka qilleensi lafa irratti bubbisu godhe; bisaanillee dhidhachuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo Nohi, hori'ii fi bineensota isa woliin hoboloo guddittii keessa jiranu mara qaabate; inni qilleensa lafa irratti buuse; Bisaanille gad dhidhatuu jalqabe.