Genesis 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sabaliisi kaani ka baala ejersa doti afaani qabu galgala isati deebie. Duuba Nuhuuni akanaani aka bisaani fooqatani hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee baala ejersaa jiidhaa afaanitti qabattee galgala gara isaa deebite; akkaataa kanaan Noohi akka bisaan lafa irraa dhidhate beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saphaliisi sun kichuu baala ejersaa afaan ifiititti qabatee, galgaluma san deebi'ee gara isaa dhufe. Akka kanaan Nohi akka bisaan lafa irraa gad dhidhateeru beeke.