Genesis 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Nuhu d'ibba jaafi toko geennaani, guyya qara ka jia qara, bisaani fooqatani. Jennaani Nuhuuni hobolo gubbaa buqise, gama ch'ufa millate lafa goddu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara umuriin Noohii woggaa dhibba jahaa fi tokko ta'u ji'a duraa guyyaa jalqabaa bisaan lafa irraa goge; Noohi ginnoo markaba irraa ol kaasee akka bisaan lafa irraa goge arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nohi dhalatee woggaa dhibba jaa fi tokkeesso'otti, ji'a tokkeesso'oo keessa, guyyaa tokkeesso'oo, bisaan lafa irraa goge; Nohille heellichoo Hoboloo gudditti'ii irraa kaasee, ilaale; irri lafaalle akka gogeeru dhagge.