Genesis 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lubbu qaba ka hobolo keesa jiru ch'ufa gadi baasi, simpirrele taanaani, bineensa taanaani, hori taanaani, ammalle waan lafa ira lohu taanaani ch'ufa gadi baasi, aka worri hore lafa guute deebanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Busaawaan si woliin jiru namni kamuu, allaatti'ii fi horiin, wonti gara'aan lafa irra looyanii fi wonti munyuuqan maruu si woliin bayanii lafa irra haa yaa'anii; horanii lafa haa guutanii»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi lubbuu qabanu ka si woliin jiranu martinuu sinbirrooti, horiin, bineensoti, worri lafa irra lowanu martinuu, lafa irratti horanee akka heddatanu, si woliin akka bayanu godhi» jedhe.