Genesis 8:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ch'inch'a fooni gubani suni suufe jennaani waan ufiini jed'e, Anini deebie namaa jed'e lafa inabaaru, ato heregi garaa isaa haguma inni d'alate hamale tahe, yokhaani anini waan lubbu qaba aka qara balleese kana deebie imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee urgaa mishaa san urgeeffatee garaa ufii keessatti «Ani waan namaatiif lamuu lafa hin abaaru; waan yaanni onnee namaa diqqeenna irraa jalqabee hamaa ta'eef akkasuma akkuma tanaan dura godhe waan lubbuu qabu maraa lamuu hin balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fooleen ciinca'aa sun Mootii Waan Maraa yennaa gammachiitte, Mootiin Waan Maraa gadhaa ifii keessatti, «Ani sababa namaatiif deebi'ee lafa hin abaaru; yaadi isaanii ijoollumma'aanuu hamaa akka te'e ani waan beekuuf, akka amma godhe kana, waan lubbuu qabu lafa irraa ijjumaa deebi'ee hin balleessu.